Onkololessaa 30/2017
Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddinaa Ayyaanaa Waldaalee Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Addunyaa mata duree ‘’Addunyaa tokko,karaa faayinaansii waldaa hojii Gamtaatiin jedhuun akka Addunyaattii yeroo 76 ffaa akka Yuuniyeenii keenyaattii yeroo 5ffaa Onkololessaa 30/2017 bakka kessummonnii kabajaa sadarkaa feederalaa fi Oromiyaa akasumas bakka Itti Gaafatamaan Ejensii Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa godina Shawaa Bahaa fi magalaa Adamaa,korewwaan Bordii ,itti Gafatamttoonnii waldaalee bu’uuraa fi Hojjettonii Yuuniyeenichaa argamanitti kabajee olera.
//====//=====//=======//