Adama
Adama
Mon - Sat 8:00 AM-5:00 PM
+251-222-114-181
contact abdigudinacu2021@gmail.com
Home
About Us
Achievements
Contact
By
admin
Kabaja Ayyaana Waldaalee Hojii Gamtaa
December 11, 2024
admin
Event
Onkololessaa 30/2017Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddinaa Ayyaanaa Waldaalee Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Addunyaa mata duree ‘’Addunyaa tokko,karaa faayinaansii waldaa hojii Gamtaatiin jedhuun akka Addunyaattii yeroo 76 ffaa akka Yuuniyeenii keenyaattii yeroo 5ffaa Onkololessaa 30/2017 bakka kessummonnii kabajaa sadarkaa feederalaa fi Oromiyaa akasumas bakka Itti Gaafatamaan Ejensii Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa godina Shawaa...
Read More
Beeksisa Caalbaasii Kiraa Manaa
May 6, 2023
admin
Event
Read More
Beeksisa Caalbaasii Kiraa Manaa
May 6, 2023
admin
Event
Yuuniyeeniin WHG Faayinaansii Abdii Guddinaa IGM gamoo abbaa darbii torbaa(B+G+7) gidduu galessa leenjii keessatti kutaalee adda addaa tajaajila addaa ddaatiif oolu beeksisa caalbaasii baasee jira. Haaluma kanaan qaamoleen tajaajila baankii fi inshuraansii,tajaajila waajjiraa fi daldala adda addaatiifi kireeffachuu barbaaddan Eebla 26/2015 irraa eegalee hanga Caamsaa 07/2015 A.L.I sa’aatii 4:00tti guyyoota hojii10 walitti aanana sanbata xiqqaa...
Read More
ለአብዲ ጉዲና ኃ/የተወ.ፋይናንስ ህብረት ስራ ማህበራት ዩኒየን አባላትና ለአዳማ ከተማ ነዋሪዎች በሙሉ የኒየናችን በአዳማ ከተማ ያስገነባውን B+G+7 ለማስመረቅ የስራ አመራሩ እና ሰራተኛው በዝግጅት ላይ ነው፡፡ በመሆኑመ መላው የመሰረታዊ ማህበራት አባላትና የከተማው ነዋሪዎች በዚህ ልዩ ፕሮገግራም የምትታደሙ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
March 29, 2023
admin
Event
Read More
Beeksisa Caalbaasii Kiraa Manaa
March 27, 2023
admin
Event
yuuniyeeniin waldaalee hojii gamataa faayinaansii Abdii guddinaa gamoo haara ijaaree xummure caalbaasiin dorgomsiisee kireessuu barbaada.kanaafuu dorgomtoonii tajaajila baankii,waajjiraa fi daldala adda addaatiif kireefachuu barbaadan guyyaa 15/07/2015 irraa eegalee hamma 04/08/2015 waajjiraa yuuniyeenichaa human ifaa fuldura gamoo yuuniyeenichaa lakk mana 183 qaamaana argamuun sanada calbaasichaa bitachuu dandeesu. Odeeffannoo Dabalataaf +251222114181/+251221100489 argachuu dandeesuu
Read More
Beeksisa ariifachiisaa
November 4, 2022
admin
Event
Read More
Yuuniyeeniin Waaldaale Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddina barattoota Aanaa bostiif Deeggarsa meeshalee barnoota gumaachee.
September 19, 2022
admin
Event
Read More
Yuuniyeeniin WHG Faayinaansii Abdii Guddinaa baga bara 2015 nuun gahee jechaa, barii haaraa kan nagaa ,jaalalaa fi Badhaadhinaa, akka nuu ta’uu hawwaa.
September 10, 2022
admin
Event
Read More
Koree fi Hoojjetooni Yuuniyeenii Waldaalee Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddinaa Hundeefama Yuuniyeenichaa waggaa 15ffaa is kabajanii olani.
August 27, 2022
admin
Event
Read More
Sticky Post
Yuuniyeeniin Waldaalee Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddinaa yaa’ii ariifachiisaa bara 2014/15 adeemsisee .
August 26, 2022
admin
Event
Read More
1
2
Text Widget
Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Donec sed odio dui. Etiam porta sem malesuada.
Our Cases