AdamaAdama Mon - Sat 8:00 AM-5:00 PM+251-222-114-181
contact abdigudinacu2021@gmail.com

Category

Event
Onkololessaa 30/2017Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Faayinaansii Abdii Guddinaa Ayyaanaa Waldaalee Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Addunyaa mata duree ‘’Addunyaa tokko,karaa faayinaansii waldaa hojii Gamtaatiin jedhuun akka Addunyaattii yeroo 76 ffaa akka Yuuniyeenii keenyaattii yeroo 5ffaa Onkololessaa 30/2017 bakka kessummonnii kabajaa sadarkaa feederalaa fi Oromiyaa akasumas bakka Itti Gaafatamaan Ejensii Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa godina Shawaa...
Read More
Yuuniyeeniin WHG Faayinaansii Abdii Guddinaa IGM gamoo abbaa darbii torbaa(B+G+7) gidduu galessa leenjii keessatti kutaalee adda addaa tajaajila addaa ddaatiif oolu beeksisa caalbaasii baasee jira. Haaluma kanaan qaamoleen tajaajila baankii fi inshuraansii,tajaajila waajjiraa fi daldala adda addaatiifi kireeffachuu barbaaddan Eebla 26/2015 irraa eegalee hanga Caamsaa 07/2015 A.L.I sa’aatii 4:00tti guyyoota hojii10 walitti aanana sanbata xiqqaa...
Read More
yuuniyeeniin waldaalee hojii gamataa faayinaansii Abdii guddinaa gamoo haara ijaaree xummure caalbaasiin dorgomsiisee kireessuu barbaada.kanaafuu dorgomtoonii tajaajila baankii,waajjiraa fi daldala adda addaatiif kireefachuu barbaadan guyyaa 15/07/2015 irraa eegalee hamma 04/08/2015 waajjiraa yuuniyeenichaa human ifaa fuldura gamoo yuuniyeenichaa lakk mana 183 qaamaana argamuun sanada calbaasichaa bitachuu dandeesu. Odeeffannoo Dabalataaf +251222114181/+251221100489 argachuu dandeesuu
Read More
1 2

Text Widget

Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Nulla vitae elit libero, a pharetra augue. Donec sed odio dui. Etiam porta sem malesuada.

Our Cases